Joshua 15:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri sunini seera ila aduti. Seeri lafa gosa Yuda marse kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan gara dhiyaatiin jiru haga daangaa galaana gudda'aa gaya; daangaan ijoollee Yihuuda'aa akka gosa isaaniitiin kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan gara aduun seentuu irga Abbaayaa Mediteraaniya'aa ti. Kolbaan Yihuda'aa akka maatii maatii isi'iititti meessaa kana keessa leete.