Joshua 15:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi Yoshuani jed'e, qooda lafa Yuda gama toko Kalebu ilma Yefune ka gosa Yudati kennani, lafti isaa qoodani Kiriath-Arba, yokhaani Hebroni (Arbaani abba Anaki)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Iyyaasuu ajaje, Kaaleebii ilma Yoofooniitii ijoollee Yihuuda'aa keessatti qachaa Qiriyaati'arbaaq jedhamtu qoodee kenneef; qachaan sun Keebroon; Arbaaqiin kun garuu abba Eenaaqii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Waaqi ajaje Iyaasuun, lafa kolbaa Yihuda'aa keessaa kiriiyat-Arbaa ta «Kebroon» jedhantu, Kaalebii ilma Yofune'eetiif kenne. Arbaan abbaa Aanaaqotaa ti.