Joshua 15:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri bita kunini haga muumme galaana Soodati eje,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaa isaanii ka gara bita'aatiin jiruu haga dhuma galaana sooqiddaatii fi haga galaana bita'aatiin jiruu ka haga galoo galaanaati;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan Yihuda'aa ka kibbaa dhuma kibba Abbaayaa Sooddaa irraa jalqabee,