Joshua 15:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri isaani bitaa ka ira fagoo, ka seera lafa Edomuti aanu kana: Kabseeli, Ederi, Yaguri,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan gara bita'aatii haga daangaa qachoota ijoolleen gosa Yihuuda'aa ka Edoomiyaasiin keessa jiranii kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti gosa Yihuda'aa gara kibbaatiin dhuma meessaa Edoomiititti aananee jiranu, Kabze'el, Eder, Yaagur,