Joshua 15:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri ilaboru galaana Soodati, haga fulla galaani Yordani galaana sunitini naqu. Seeri mirga arti eje,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan karaa baya biiftu'uutiin jiru galaana sooqiddaa irraa haga dhuma laga Yoordaanosiitii achii haga daangaa galoo galaanaa ture; daangaan gara mirgaatiin jiru haga dhuma laga Yoordaanosii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa aduun baatuun meessaan lafa isaanii dhuma Abbaayaa Sooddaa irraa ka'ee, haga dhuma laga Yordaanosii ti. Meessaan gara kaabaa, hullufa Abbaaya'aa dhuma laga Yordaanosii irraa jalqabee,