Joshua 15:63 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri gosa Yuda worra Yebusi, ka Yerusalemu keesa tae, keesaa gussu dad'abe. Haga arrale, worri Yebusi worra Yuda woliini achi taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aa garuu worra Iyyaabusootaa ka Yerusaalemiin keessa jiraatan baasuu hin dandeenne; haga adhaatitti worri Iyyaabusootaa ijoollee Yihuuda'aa woliin Yerusaalemiin keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa ammoo Yibusoota Yerusaalem keessa le'anu ari'uu hin dandeenne. Worri Yibusootaa haga ammaa Yerusaalem keessa jiran.