Joshua 15:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arti bahe, fulla madda bisaani Neftoa, dira d'aatu gaara Efronitini bahe. Artile bahe, Baala (yokhaani Kiriath-Yearimuti) deebie,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaa gaara gubba'aa haga burqaa Neefto'oo haga qachoota gaara Eeftiroonii, Ba'aalaa Qiriyati'aarim jedhamtuu gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba gubbaa koobaa irraa gara laga Nefto'aa, achi irraa gara qachoota gaara Eferonii bira dhufee gara Baalaa ka Kiriiyat-Ya'ariim jedhamuutitti deebi'a.