Joshua 16:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatuti, worri worra Kanaani ka Gezeri keesa tau keesaa ingussine, tanaafi worri Kanaani haga arrale gosa Efraimu keesa taa, ammo yayu tisse ireeni hojachiisani worra tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra Kana'aanii Geeririin keessa jiraatan hin ariine; haga adhaallee worri Kana'aanii ijoollee Efreemii woliin jiraatan; haga adhaatitti hujii hunnaa isaan hojjachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Efreemotaa ammoo worra Kana'aanotaa ka Gezer keessa le'anu achii ari'iisa hin dandeenne; tanaaf worri Kana'aanotaa haga adhaalle odduu isaanii le'aa akka garbootaa akka isaaniif hujanu hunnaan tolfamane.