Joshua 16:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti gosa Efraimu, gosa isaani gula, tana: Seeri worra Ataroth-Adari iraa ilaboru bahe Beth-Horoni ka gubbati eje,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan ijoollee Efreemii akka worra isaaniitiin kolba baya biiftu'uutiin lafti isaanii Axaarooti'adaariitii haga Beetihoonii gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti gosi Efreemii akka maatii maatii isaaniititti fudhatane tana: meessaan isaanii gara aduun baatu Ataarot-Adaar irraa haga Bet-Horoonii gaara irraa deemee,