Joshua 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
arti bahe Baariini Guddati eje. Mikmetani worraani gama mirga. Gama ilaboruti seeri deebie Taanith-Shiloti qajeele ilaborutini bira dabre, Yanoati qajeele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaanii achillee lufee galaana guddaa bira gayee gara dhiyaa Mikimta'aatii haga lafa mirgaa gaya; daangaan isaanii gara baya biiftu'uutiin naannayee Ta'aanaat Seeloo gaya; gara baya biiftu'uutiin Iyyaanookiin bira lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga Abbaayaa Mediteraaniya'aa ti. Gara kaabaatiin meessaan isaanii Mikmaata'a. Achille'ee gara aduun baatuun Taanaat-Shiilo'otti deebi'ee, gara aduun baatu Yaano'atti dabara.