Joshua 16:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri Taapua ira bahe, ila adu qajeele, laga Kanati qajeele, Baariini Guddati eje. Tunini lafa gosa Efraimuti d'aala kennani, worra isani gula,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaanillee Taaphuwwa'aa gara dhiyaatii haga laga Qaana'aa lufa; huleen bayaniin galaana guddaa biraan ture. Lafti ijoollee Efreemii akka gosa isaaniitiin kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Taafu'aa irraa ka'ee gara aduun seentuun laga Qaanaa dhaqee, Abbaayaa Mediteraaniya'aatitti dhaabbata. Latti gosa Efreemiitiif akka maatii maatii isaaniititti kennante tana.