Joshua 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa gari ta galaana Yordani ila aduu worra Manase ka angafa Yusufuti kennani. Makirini abbaani Gileadi, angafa Manaseti, ammalle inni nama guddo waan lola beekhu, tanaafi Gileadifi Bashani, lafa galaana Yordani gama ilaboru kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hixaan gosa Minaase'ee kana; waan ilmi hangafaa ka Yooseefii isa ta'eef ilmi Minaase'ee ka hangafaa abbaan Gala'aadii Maakiri loltuu jabaa waan ta'eef biyya Gala'adiitii fi biyya Baasaanii fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi Minaasee ilma Yoseefiif angafichaa, sanyiin Maakiirii ilma angaficha Minaasee abbaa Giil'aadotaa, lolaan jajjaboo waan te'aneef, latti Giil'aadiitii fi Baashaanii isaaniif kennante.