Joshua 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti Efraimu bitaati hafte ta Manase mirgati hafte, Baariinini Guddaani ila aduti hafe. Ta Asherileeni mirgati hafte, ta Isakarileeni ilaboruti hafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garri bita'aa ka Efreemiiti; garri mirgaa garuu ka Minaase'eeti; daangaan isaa galaana bira gaya; gara cinaa mirgaatiin gara lafa Aseerii, gara baya biiftu'uutiin garuu lafa Yisaakoorii bira gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan isaanii gara aduun seentuun abbaayaa Mediteraaniya'aa te'ee, latti gara kibbaa ta Efreemii, ta gara kaabaa ta Minaase'ee ti. Meessaan gara kaabaa lafa Asheeriititti dhaabbata; gara aduun baatuun lafa Yisaakoriititti dhaabbata.