Joshua 17:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatuti, worra gosa Manase worra dira suni keesa tau keesaa gussu dad'abe, tanaafi worri gosa Kanaani lafa suni keesati hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Minaase'ee garuu namoota qachaa kanniinii ari'uu hin dandeenne; garuu worri Kana'aanii jabaatanii biyya san keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee kolbaan Minaase'ee qachoota san qabatuu hin dandeenne; tanaaf worri Kana'aanotaa achuma keessa le'ane.