Joshua 17:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato worri Israeli eegi suni ira jabaatele, worra Kanaani ch'ufa keesaa ingussine, ammo ireeni worra hojachiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii hennaa jabaatanii achi keessa jiraatan, worra Kana'aanii hujii hunnaa hojjachiifatan malee sirima isaan hin ariine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti jajjaboo te'anulle, Kana'aanoti akka hunnaan isaaniif hujanu godhane malee, ijjumaa lafa sanii isaan hin ariine.