Joshua 17:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani waan jed'eeni, Yo isani gosa guddo akasi taatani lafti gaareeni ta Efraimu d'uguma isanii diqaate, badda seena lafa Perezitifi ta Refai keesa lafa ch'iraa, mid'aafad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee, «Ati yoo banii hedduu taatee biyyi Efreemii ka gaaraa sitti dhiphate, gara lafa mukaa worra Feerzotaatii fi lafa worra Raaffaayii dhaqa'aa ciradha'aa baafadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun deebisee, «Isin hedduu eega teetane, biyyi koobittiin Efreemii yoo isinitti dhiphatte, gara lafa Pheriizotaatii fi Refaa'otaa dhaqa'aatii gongomaa anadha'a» jedheen.