Joshua 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sunifi qooda kud'ani Gileadifi Bashani ka galaana Yordani ila boru male, Manase kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Gala'aadiitii fi biyya Baasaanii ka laga Yoordaanosiitiin gama jiruu achi Minaase'eef qooda kudhan kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababi Minaaseen lafa Baashaaniitii fi Giil'aadii ta laga Yordaanos irraa gara aduun baatu jirtutti dabalatee qooda kudhan fudhateef,