Joshua 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi ilmaani isaa ta dubra ilmaani d'iira woliini lafa kennanifi. Lafa Gileadi ilmaani Manase taani d'ibi kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen intalaa ta Minaase'ee obboleewwan isaanii jiddu'utti lafa waan fudhataniif lafti Gala'aadii ka hafe garuu ijoollee dhiiraa ta Minaase'eetii kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dubartooti sanyii isaa akkuma sanyii ilmaan dhiiraa lafa waan fudhatteef, latti Giil'aadii sanyii Minaase'eetiif kennante.