Joshua 17:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti Manase Asheri ira baate Mikmeta, ka Shekemu ila ila boruti ejiti. Duuba seeri bita qajeele, worra Entapuale gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan lafa Minaase'ee biyya Aseeriitii jalqabee haga Mikimtaatii Seekimiin afo'ooti; daangaan isaa gara mirgaatiin gara namoota worra Ayintaaphuwa'aa gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti Minaase'ee Asheerii kaatee, haga Mikmaataatii ta Sheekem irraa gara aduun baatuu ti. Achiin duuba meessaan gara kibbaa deemee kolbaa En-Taafu'aa keessa leetu dabalata.