Joshua 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani seeri laga Kanati gabue. Diri ch'ufti ka laga suni bitaa ka Efraimuti tahe, ato lafa Manase keesa jiraatele. Seeri Manase laga keesa bita deeme Baariini Guddati eje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaa gara cinaa bita'aatiin haga laga Qaana'aatii gad bu'a; qachaan qachoota Minaase'ee keessaa Efreemii kennaman; Daangaan Minaase'ee gara mirgaatiin haga lagaati; karri bayaniinillee cinaa gara galaanaatiin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba meessaan haga laga Qaana'aa gad bu'a. Qachooti laga san irraa gara kibbaatitti dhaggamanu, biyya Minaase'ee keessa te'ulle ka Efreemii ti. Meessaan Minaase'ee gara kaaba lagaa dhaqee Abbaayaa Gudditti'itti dhaabbata.