Joshua 18:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri worraa ka mirga galaana Yordaniti eja, ammalle gooro Yerikoni mirga olkore, lafa gaareeni haga lafa gamooji ta Beth-Aveni ila adu keesa dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan lafa isaanii gara mirgaatiin laga Yoordaanosii bira gaya; daangaan lafa isaanii gara Iyyaariko'ootiin haga worra gara mirgaatiin jiranii gaya; achiillee ka'ee haga biyya gaaraa haga dhiyaa gaya; karri bayaniinillee gara lafa gammoojjii Beti'awweeniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kaabaatiin meessaan isaanii laga Yordaanosiitii ka'ee, gara goodda kaaba Yeriko'oo ol bayee, karaa aduun seentu biyya koobitti'iin haga goomolee Bet-Aweenii ti.