Joshua 18:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri bitaa moga dira Kiriath-Yearimu iraa bahe, bisaani Naftoa ira bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara bita'aatiin daangaan Qiriyaatiyi'aariim daangaa dhumaati; gara dhiyaatiin haga burqaa bisaanii ka Naaftoo jedhamuu gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan gara kibbaa irga Kiriiyat-Ya'ariimii irraa jalqabee karaa aduun seentu gara madda Nefto'aatitti deema.