Joshua 18:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gooro Beth-Hogla mirgaani ke bahe, fulla mirga ta galaani Yordani galaana Soodatini naqu artiti eje. Kunini seera bitaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan achii ka'e Beetihoogla'aa gara worra gara mirgaa jiruu lufa; karri bayaniinillee dhuma laga Yoordaanosii ka galaana sooqiddaa ka Lissaan jedhamu biraan; kun daangaa gara bita'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara kaabaatiin dhuma Bet-Hoglaa irra bayee, addee lagi Yordaanosii itti dhumatu kaaba hullufa Abbaayaa Sooddaatitti dhaabbata. Meessaan kibbaa kana.