Joshua 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galaani Yordani seera ilaboruti, kunini seera qooda lafa ta gochiti Benjamini, worra isaani gula, argatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara baya biiftu'uutiin daangaan lafa sanii Yoordaanosi; kun daangaa lafa ijoollee Biiniyaamii akkuma gosa isaaniitiin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan gara aduun baatuu laga Yordaanosii ti. Meessaan maatiin gosa Beniyaaminii akka lafa ifiititti fudhatte kana.