Joshua 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani waan worra Israelitini jed'e, Isani maanini eeddani ufuma ch'iiftani, lafa AABBO Waaqi ababoota teesani, isanii kenne fud'achu diddani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee ijoollee Israa'eliitiin akkana jedhe, «Lafa Rabbi akka dhaaltaniif isinii kenne itti galu'uuf haga yoomii lash jettan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun kolbaa Israa'eliitiin, «Lafa Goottaan Waaqi abbootii teessanii isiniif kenne seentanee qabatiisaaf haga yoomii eeddan?