Joshua 18:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka qoodi torbaani sunini jiru t'aafa, natiini koota, Duuba anini hit'a AABBO Waaqa keenna durati isanii buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee barreeffama lafa bakka torbatti qoodan san gara kiyya fidaa'a; anillee Rabbii Waaqa keenna afo'otti hixaa isinii buusaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti torba sun maan akka fakkaattu barreessa'aatii naa fida'a. Ani Goottaa Waaqa keenna duratti hixaa isiniif buusa.