Joshua 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoshuani worra qutuma d'au kaani, ato worri inkaini, wolti yaame, waan jed'eeni, Lafa ch'ufa keesa yaa, qutuma d'aahad'a, nati dachaa. Duuba anini lafa Shilo tana keesati, AABBO Waaqa durati, hit'a isanii buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namoonnillee achii ka'anii deeman Iyyaasuun namoota lafa galmeessu'uuf deeman sanniiniin, «Deema'aa lafa naannaya'aatii galmeessa'aatii gara kiyya fidaa'a; anillee Seelo'otti Rabbiin afo'otti hixaa isinii buusaa» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti lafa qorqoriisaaf adoo hin deeminiin dura, Iyaasuun, «Gara lafa duudi'ii dhaqa'aa ilaala'aatii, maan akka fakkaattu barreessa'aatii gara kiyya deebi'a'a. Anille Waaqa duratti as Shiilo'otti hixaa isiniif buusee hin qooda» jedhe.