Joshua 19:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti sadeeso ta namaa qoodani ta gosa Zabuloni, worra isaani gula, seeri lafa worraa haga Sariditi eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hixaan sadeesso'oo akkuma gosa isaaniitiin ijoollee Zaabilooniitii baye; daangaan lafa isaanii haga Saaridiiti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hixaan sadeesso'oo akka maatii maatii isaaniititti gosa Zebulooniitiif bu'e. Latti isaan fudhatane haga Saariidititti deenti.