Joshua 19:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arti bahe marala ila aduti qajeele. Dabeshethifi laga Yokneamu iti mat'ane bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaanii gara dhiyaatiin haga Mara'alla'aa haga Dabaasheetii afo'oon gara laga Yooqini'aamii afoo jiruu gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan isaanii karaa aduun seentuu gara Maaraalaa dhaqee, Dabesheetii fi laga Yaakne'aamii gara aduun baatuu tuqa.