Joshua 19:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba seeri mare Ramati deebie, dira Tiro ka jabeesani d'akhaani jaaranile gahe; duuba mare Hosati deebie, Baariini Guddati eje. Lafti worraa ammalle Mahalabu, Akizibu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaallee gara Raama'aa gara qachattii dallawamtee haga Xiroosii daangaan isi'ii achii ka'ee haga Hosa'aa naannaya; baati isaanii gara Akiziibiitiin haga galaana Meditiraaniyaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba meessaan gara Raama'aa deebi'ee haga qachaa Xiiroosii ka dalleya dhaka'aa qabuu ti; achille'ee gara Hosaahii deebi'ee Abbaayaa Mediteraaniya'aatitti dhaabbata. Kunille Maahilaa, Akziib,