Joshua 19:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri worraa Helefu bahe mukha gudda toko ka Saananimu jiruti eje, arti bahe Adan-Nekebufi yamnia, haga Lakumu bahe, galaana Yordaniti eje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaanii Heleef, muka Isa'inaanimii, Adaamneeqeeb, Yabini'eelii haga Laqumii gaya; baati isaallee gara laga Yoordaanosiitiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan isaanii Helefii ka'ee haga qilxaa Zaa'anaaniim jiruu deemee, Adaamii-Neqebnii fi Yaabnii'el irra bayee haga Laquumii geyee laga Yordaanosiititti dhaabbata.