Joshua 19:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi jed'e, dira inni kad'ate, Timnathi Sera, ka lafa gaareeni Efraimu keesa jiru isaa kennani. Inni dira suni ka qara hammate — jaare keesa qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa gaaraa ta biyya Efreemii ta Minaaseeraa jedhamtu qachaa inni fedhu akkuma ajaja Rabbiitiin kennaniif; innillee qachaa ijaaratee achi keessa taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Waaqi ajajetti qachaa Tiimnat-Seraa ka biyya koobittii Efreemii keessa ka Iyaasuun fudhatiisaaf gaafate, kennaneef. Inni achitti qachaa guddicha deebisee ijaaree itti qubate.