Joshua 19:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi Eleazarifi Yoshua ilma Nunitifi jaaroleeni mataa worra gosa Israelileeni, AABBO Waaqa durati, hit'a buufatani, Shiloti, fulla balbala Waaro Woyyumati lafa gargari qoodatani huji suni hobaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun, gadichi Alaazar, gofti ijoollee Israa'eliitii fi bulchoonni abbootaa Rabbiin afo'otti Seelo'otti daasee wol gayi'ii keessatti qoodamanii fixan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi Ele'azaar, Iyaasuun ilmi Nuniitii fi sooreyyiin maatii gosa kolbaa Israa'elii Shiilo'otti fuula Waaqaatii fi Dunkaanii Woldeenna'aa duratti lafa tana hixaa buusanee qoodane. Isaan akka kanaan lafa qoodanee fixane.