Joshua 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ollowaani ta dira kana d'aatu jirtu, haga Baalath-Beeri (yokhaani Rama), ta bitaa ch'ufti herega dira suni keesa jirti. Tunini qooda lafa gochiti Simeoni worra isaani gula d'aalaa argatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga Ba'ilaatibi'eerii fi haga raamaatiin cinaa bita'aatii haga qachoota naanno'oo maraa; lafti ijoollee Simoonii akkaataa gosa isaaniitiin kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun qachoota adaala qachoota gugurdaa kanaa ka Ba'alaat-Be'erii irraa gara kibbaa jiru mara dabalata. Latti gosi Shimi'oonii akka maatii maatii isaaniititti fudhatane tana.