Joshua 19:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lafti gosa Yudati kennani haga fed'ani ira guddo taateefi gama toko gosa Simeoniti kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa qooda ijoollee Yihuuda'aa keessaa lafti gariin ijoollee Simooniitii ta'e; waan hixaan ijoollee Yihuuda'aa isaanitti guddateef ijoolleen Simoonii lafa isaanii irraa argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti gosa Yihuda'aatiif kennante haga isaaniif barbaachittu caalaa waan badhatteef, lafa isaanii irraa gosa Shimi'ooniitiif kennante.