Joshua 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu ya d'ageenne aka AABBO Waaqi galaana Diima isani durati gosse, gaafa isani lafa Misiri keesa baatani kaani. Ammalle aka isani hayyoota Amori lamaani, Sihonifi Ogu, galaana Yordani gama suniti fit'ani balleesitani ya d'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa biyya Misirii keessaa baatan Rabbi galaana diimaa akka isin afo'oo gosse, akka mootota lamaan worra Amoorotaa Seewoonii fi Aagiin irratti Yoordaanosiin gamatti waan gootan, akka isin isaan ajjeeftan dhageenneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isin biyya Gibxi'ii keessaa baatane, Waaqi attam akka abbaayaa diintuu isin duraa gosse, mootota Amoorotaa lamaan Sihoonii fi Oog worra laga Yordaanosii irraa gara aduun baatu jiru attam akka ijjeettanelle dhageenneerra.