Joshua 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan suni d'ageenne jennaani mudamne bisaani naqanne waan taanu wollaale maro teesanifi. AABBO Waaqi keesani Waaqa gubbafi lafale jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu haga waan kana dhageenne soda'aan onneen nu baxxe; Rabbi Waandhi keessan Waaqa ardi'ii fi samii irrallee jiru waan ta'eef sababaa keessaniif namni tokkollee ka hin naayin hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti yennaa waan kana dhageenne, sodaannee akka gaga'aa bandhe; nuuti marti addii kutanne; sababille Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan dhugumaan Waaqa ol-gubba'aatii fi lafaa ti.