Joshua 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma isani maqa AABBOOTINI nati kakhad'a aka isani worra kiyyaa naatani waan dansa tolchitani, akuma anini waan dansa isanii tolche; ammalle akheekha woi ka anini isaniini d'ugeefad'u naa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkuma ani waan mishaa isinii godhe, maatii kiyya waan badaa irraa hambisu'uuf yabo'oo naa kakadhaa'a; waan kanaaf ta'u malkata amansiisaa naa kennaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma akkuma ani waan dansaa isiniif godhe, isinille mana abbaa kiyyaa badii irraa hamburiisaan waan dansaa akka gootanu maqaa Mootii Waan Maraatiin kakadha'a; abbaa kiyya, haadha tiyya, obboleeyyan tiyya, obboleeyyan tiyya ta durraatii fi waan isaanii mara du'a irraa akka hamburtanu, beessisa addachiisu naaf kenna'a» jette.