Joshua 2:13 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka aabboofi aayyoofi oboleyaani tiyyafi fiit'a teenna ch'ufa lubbu baaftani nati kakhad'a, duu nu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abba'aa fi haadha tiyya, obboleewwan tiyya ta dhiiraatii fi ta intalaa waan isaan qaban maraa oolchu'uuf waadaa naa galaa'a; nu hin balleessinaa'a!» jetteen.