Joshua 2:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rahabuni mana naabo dirati mat'anu keesa teeti, tanaafi isiini haadani worra suni dereshani lafati gabuufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni isi'ii dallawa qacha'aatiitti maxxanee waan jiruuf isiinillee dallawa irraan foddaa manaatiin haadaan gad isaan buufte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni Rahaab keessa leetu gara tokkoon dalleya qacha'aa ka dhaka'aatiin wolitti waan ijaarameeruuf, qowa dalleya dhaka'aatiin wodaro'oon isaan gad buuttee,