Joshua 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jetteeni, lafa gaareeni d'aqa aka worri reebu teesani yau suni isani ingarre. Haga guyya sadii d'okhad'a, haga reebuni sunini galtuti. Duuba eegi suni kara keesani iti d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin «Worri isin hordofu akka isin hin argine, haga worri isin hordofu dacha'anitti haga guyyaa sadihii gara gaaraa dhaqa'aa dhokadha'aa taa'aa'a; deebitanii karaa keessan deemtanii» isaaniin jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri isin hordofu akka isin hin dhaggine, gara lafa koobitti'ii dhaqa'aatii haga isaan deebi'anutti guyyaa sadii achitti dhokadha'a. Achiin duuba gara deemiisatti jirtanu deemuu dandeettan» jetteen.