Joshua 2:18 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan taatu, hojja nu lafa teesani haanu, haada diima kana deresha nuuni ga buufte kanati hid'i. Abbeeti, hateeti, oboleyaani teeti, worra abba keeti ch'ufa mana kanati wolti guuri.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wonti ati gootu nu hennaa lafa tana qabannu haada diimaa foddaa manaatiin ittiin nu buufte kana kolbuma hulee itti nu buuftee sanitti hidhi; abbaa kee, haadha tee, obboleewwan keetii fi maatii abbaa keetii maraa mana keetitti wolitti qabi.