Joshua 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami tokoleeni mana keesaa alati bahe, isumati duani ufi gahe dooti isaa gubba teennaniti. Ammo yo nama mana kanke keesa jiru tokole wotolchani dooti isaa gubba teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokkollee manaa bayee yoo du'e badiin kama isaa ta'a, nu balleessaa isaatiif hin gaafatamnu; garuu uduu mana kee jirru wonti badaan yoo isa irra gaye badii saniif nutu itti gaafatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennuulle mana keeti keessaa yoo gad baye, dokonkoruma ifiitiin du'e; nuuti itti hin gaafatannu; nama si woliin mana keessa jiru tokkocha irralle'etti miidhaan yoo dhaqqadde ammoo, nuuti itti hin gaafatanna.