Joshua 2:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dooya kaani gara gaareeni yae d'okhate, worri hayyu kaani haga guyya sadi lafa suni ch'ufa keesa worra barbaade woma d'abe, Yerikoti dachae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deemanii gaara bira gayanii haga worri isaan hordofu sunniin deebi'anitti guyyaa sadihiif achuma taa'an; worri isaan hordofullee karaa maraa keessa isaan soqanii dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isaan hordofu karaa mara irra barbaadee isaan dhabee haga deebi'utti, worri dooyu gara lafa koobitti'ii dhaqanee guyyaa sad achitti dhokatane.