Joshua 2:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'aniini, D'uguma, AABBO Waaqi lafa tana ch'ufa ya harka keennati kenne. Maro teennafi worri achi jiru ch'ufti yaa mudame, waan tahu wollaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Iyyaasu'uun akkana jedhan, «Lafa san maraa Rabbi dhugamaan harka keennatti galcheera; namoonni biyya san keessa jiraatan maruu guddisanii nu sodaatanii onneen isaanii baxxeerti» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Waaqi dhugumaan lafa duudii harka keennatti dabarsee nuuf kenneera. Kolbaan achi jirtu duudiille sodaattee akka gaga'aa baxxeerti» jedhanee Iyaasu'utti himane.