Joshua 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni Yeriko qonqo Rahabuti erge waan jed'eeni, worri mana kanke keesa jiru sunini lafa teenna dooyaachu d'ufe hurrisi gayaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyaariko'oo, «Namoota biyyattii gaadu'uuf dhufan ka mana kee jiran baasi!» jedhee gara Ra'aabii namoota erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni Rahaabitti ergee, «Namooti mana keeti keessa jiranu biyya duudii dooyiisaaf waan dhufaneef, gad baasi!» jedhe.