Joshua 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Niitiini taani worra lamaani kaani fuute d'ossite waan jette, D'uguma worri ya mana kiyya d'ufe, ammo anini gara worri d'ufeefi imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intalti sunillee namoota kanniin lachuu dhossitee, «Namoonni gara kiyya dhufaniiran; garuu eessaa akka dhufan ani hin beeku;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin sun ammoo namoota lamaan san dhossitee, «Dhuguma, jarri takka gara kiyya dhutteertiiyyu; eessaa akka dhutte ammoo ani hin beeku.