Joshua 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isiini qara worra kaani guurte, mana guba geesite, aala mana gubbati afteeni d'ossite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin garuu mana manaan gubba'aa irra isaan baaftee, muka dareerfame gubba'atti buraa talba'aa keessatti dhossitee turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ammoo jara heellichoo manaa gubba'atti ol baattee muka talba'aa ka achitti afameeru jalatti isaan dhossiteertiiyyu.