Joshua 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jari hayyuuni erge kaani haga malka galaana Yordani worra reebe. Akuma reebuni worra suni dabarteeni fullo ch'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamtoonni mootichaa qachattii sanii bayanii deeman; balballi dallawa isaan keessaa bayanii hin cufame; ergamtoonni mootichaa worra gaadan sanniin soqu'uuf haga karaa laga Yoordaanosiin gamaa ceeyanii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti mootichi erge sun haga karaa malkaa laga Yordaanosii hordofiisaaf bayaneen duuba karri qacha'aa cufante.