Joshua 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jetteeni, Anini imbeekha aka AABBO Waaqi lafa tana isanii kenne. Nami lafa tana keesa jiru ch'ufti ya isani sodaate mudame bisaani naqate waan tahu d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana isaaniin jette; «Akka Rabbi lafa tana isinii kenne akka isin sodaanne worri lafa tana irra jiraatan maruu guddisanii akka isin sodaatanii onneen isaanii baqe beekeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi lafa tana akka isiniif kenne ani hin beeka. Worri biyya tanaa duudiin isin sodaatanee akka gaga'aa baqane.